Waa'ee Sof Omar Courses

Sof Omar Courses marsariitii e-learning (barnoota fageenya irraa) kan Afaan Oromootiin koorsiilee teeknooloojii fi dandeettii adda addaa barachuuf carraa kennuu dha. Barnoonni kun barattootaaf karaa salphaa fi mijataa ta’een barumsa isaanii yeroo barbaadanitti, bakka jiran irraa akka barachuu danda’aniif gargaara.

For Learners | Barattootaaf

Koorsiileen keenya video guutuu, resource dabalataa (pdf, slides, quiz) fi telegram group qindaa’e waliin kan dhihaatu yoo ta’u, barattoonni gaaffii qaban yeroo barbaadanitti gaafachuu ni danda’u akkasumas telegram group irratti barattoota kaan waliin collaborate gochuu fi mari’achuu ni danda’u. Kunis barnoota haala gaariin akka hubataniif gargaara.

For Instructors | Barsiistotaaf

Namoonni dandeettii garagaraa qabdan kan Sof Omar Courses irratti koorsiilee afaan Oromootiin dhiheessitanii gurgurachuu barbaaddan – nu qunnamuu ni dandeessu. Nutis koorsii isin qopheessitan gulaaluudhaan barnoota qulqullina qabu barattoota afaan oromoo dubbatan heddu bira akka gahu ni taasifna.

Nu qunnamuudhaaf – Karaalee asii gadii kana fayyadamuu ni dandeessu : 

Phone: 0961219838
Telegram: @SOFOMAR_CONTACT

Featured Courses

Sof Omar Tech Coures

The First-Ever most Comprehensive Tech Courses Marketplace in Afan Oromo !